-
1 Seenaa Baraa 27:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Lakkoofsi Israaʼelotaa, jechuunis kan dura buutota manneen abbootii, kan ajajjoota kumaa fi kan ajajjoota dhibbaa,+ akkasumas kan geggeessitoota isaanii warra gareewwan waggaa guutuu jiʼa jiʼaan galanii fi baʼan hunda geggeessuudhaan mooticha tajaajilan+ sanaa kana dha; tokkoon tokkoon gareewwanii keessatti namoota 24,000 turan.
-
-
1 Seenaa Baraa 27:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Jiʼa isa torbaffaatti ajajaan inni torbaffaan Efreemota keessaa Heleez+ Phelonicha ture; garee isaa keessattis namoota 24,000 turan.
-