LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 10:20, 21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Kanaafuu, Saamuʼel gosoonni Israaʼel hundi akka dhihaatan godhe;+ gosti Biiniyaamis ni filatame.+ 21 Sana booda gosti Biiniyaam akka maatii maatii isaatti akka dhihaatu godhe; maatiin Maatrotaas ni filatame. Dhuma irrattis, Saaʼol ilmi Qiish ni filatame.+ Haa taʼu malee, barbaadanii isa argachuu hin dandeenye.

  • 1 Seenaa Baraa 12:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Biiniyaamota warra obboloota Saaʼol taʼan+ keessaa namoota 3,000 turan; isaan keessaa hedduun isaanii sana dura faayidaa mana Saaʼol eegsisaa turan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi