LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 21:1-3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Sana booda Seexanni* Israaʼeliin mormee kaʼuudhaan Israaʼeliin akka lakkaaʼu Daawitiin kakaase.+ 2 Kanaafuu, Daawit Yoʼaabii+ fi ajajjoota sabichaatiin, “Dhaqaatii Ber Sheebaadhaa hanga Daanitti+ Israaʼeliin lakkaaʼaa; achiis lakkoofsa isaanii akkan beekuuf natti himaa” jedhe. 3 Yoʼaab garuu, “Yihowaan uummata isaa siʼa 100 haa baayʼisu! Yaa gooftaa koo yaa mootii, hundi isaanii amma iyyuu tajaajiltoota gooftaa kootii mitii? Gooftaan koo wanta akkanaa gochuu kan barbaade maaliifi? Inni Israaʼel irratti yakka kan fidu maaliifi?” jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi