LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 27:23, 24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yihowaan Israaʼeliin akka urjiilee samiitti akka baayʼisu waadaa galee waan tureef, Daawit warra umuriin isaanii waggaa 20 fi isaa gad taʼe hin lakkoofne.+ 24 Yoʼaab ilmi Zeruuyaa lakkaaʼuu jalqabee kan ture taʼus hin xumurre; Yoʼaab lakkaaʼuu isaatiin kan kaʼes dheekkamsi Waaqayyoo Israaʼel irratti ni dhufe;*+ lakkoofsi kunis galmee seenaa waaʼee bara Daawit Mootichaa dubbatu irratti hin galmeeffamne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi