2 Saamuʼel 24:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Kanaafuu, mootichi Yoʼaab+ isa ajajaa raayyaa waraanaa taʼee fi isaa wajjin tureen, “Ani lakkoofsa uummatichaa akkan beekuuf, maaloo, Daan irraa hamma Ber Sheebaatti+ gosoota Israaʼel hundumaa keessa naannaʼaatii uummaticha galmeessaa” jedhe. 2 Saamuʼel 24:15 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 Achiis Yihowaan ganamaa jalqabee hamma yeroo murteeffame sanaatti Israaʼel irratti golfaa+ erge; kanaan kan kaʼes, warra Daanii jalqabee hanga Ber Sheebaatti+ jiran keessaa namoonni 70,000 ni duʼan.+ 1 Seenaa Baraa 21:6, 7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Haa taʼu malee, Yoʼaab wanti mootichi dubbate jibbisiisaa taʼee waan isatti mulʼateef,+ Leewwii fi Biiniyaamiin isaan gidduutti hin galmeessine.+ 7 Kunis Waaqa dhugaa baayʼee waan gaddisiiseef, inni Israaʼeliin ni rukute.
2 Kanaafuu, mootichi Yoʼaab+ isa ajajaa raayyaa waraanaa taʼee fi isaa wajjin tureen, “Ani lakkoofsa uummatichaa akkan beekuuf, maaloo, Daan irraa hamma Ber Sheebaatti+ gosoota Israaʼel hundumaa keessa naannaʼaatii uummaticha galmeessaa” jedhe.
15 Achiis Yihowaan ganamaa jalqabee hamma yeroo murteeffame sanaatti Israaʼel irratti golfaa+ erge; kanaan kan kaʼes, warra Daanii jalqabee hanga Ber Sheebaatti+ jiran keessaa namoonni 70,000 ni duʼan.+
6 Haa taʼu malee, Yoʼaab wanti mootichi dubbate jibbisiisaa taʼee waan isatti mulʼateef,+ Leewwii fi Biiniyaamiin isaan gidduutti hin galmeessine.+ 7 Kunis Waaqa dhugaa baayʼee waan gaddisiiseef, inni Israaʼeliin ni rukute.