5 Kanaafuu, Waaqni isaa Yihowaan harka mootii Sooriyaatti+ dabarsee isa kenne; isaanis isa injifatan; achiis namoota hedduu boojiʼanii gara Damaasqootti+ geessan. Kana malees, inni harka mootii Israaʼelitti dabarfamee ni kenname; innis dhumaatii guddaa isa irratti geessise.