-
2 Mootota 16:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Reezin mootiin Sooriyaa fi Peeqaan ilmi Remaaliyaa mootiin Israaʼel, Yerusaalemiin waraanuuf kan ol baʼan yeroo kanatti ture.+ Isaan Akaazitti kan marsan taʼus magaalattii qabachuu hin dandeenye. 6 Yeroo sanatti Reezin mootiin Sooriyaa, Eelaatiin+ Edoomiif ni deebisiise; Yihudootas* Eelaat keessaa ni ariʼe. Edoomonnis Eelaatitti ni seenan; isaanis hamma harʼaatti ishii keessa jiraatu.
-