LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 26:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Ani fuula koo isinitti nan gurraachessa; isinis diinota keessaniin ni moʼamtu;+ warri isin jibban isin irra ejjetu;+ isinis eenyu illee utuu isin hin ariʼin ni baqattu.+

  • Leewwota 26:37
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 37 Namni tokko illee utuu isaan hin ariʼin akka namoota goraadee jalaa baqataniitti wal guggufachiisu. Diinota keessan dura dhaabbachuu hin dandeessan.+

  • Keessa Deebii 32:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Qarsaan isaanii utuu isaan hin gurgurre taʼee,+

      Yihowaan dabarsee utuu isaan hin kennine taʼee,

      Namni tokko akkamitti 1,000 ariʼuu dandaʼa?

      Namni lama hoo akkamitti 10,000 ariʼuu dandaʼa?+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi