LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 7:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Kanaan kan kaʼes, Israaʼelonni diinota isaanii dura dhaabbachuu hin dandaʼan. Isaan wanta guutummaatti balleeffamuu qabu waan taʼaniif, duubatti garagalanii diinota isaanii jalaa ni baqatu. Ammas isin wanta guutummaatti balleeffamuu qabu+ of gidduudhaa yoo balleessitan malee ani deebiʼee isinii wajjin hin taʼu.

  • Abbootii Murtii 2:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yeroo kanatti dheekkamsi Yihowaa Israaʼel irratti ni bobaʼe; kanaafuu, warra isaan saamanitti dabarsee isaan kenne.+ Diinota naannoo isaaniitti argamanitti dabarsee isaan gurgure;+ sana booda isaan diinota isaanii dura dhaabbachuu hin dandeenye.+

  • Ermiyaas 37:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Isin guutummaa raayyaa waraanaa Kaladootaa warra isin waraanan yoo rukuttan, namoota isaanii keessaa kan hafanis warra madaaʼan qofa yoo taʼan illee, isaan dunkaanota isaanii keessaa kaʼanii magaalaa kana ibiddaan ni gubu.”’”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi