LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 7:26
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Atis wanta jibbisiisaa taʼee wajjin akka hin balleeffamneef, wanta jibbisiisaa taʼe akkamii iyyuu gara mana keetti hin galchin. Wanta guutummaatti balleeffamuu qabu waan taʼeef, ati guutummaatti isa balfachuu fi guutummaatti isa jibbuu qabda.

  • Iyyaasuu 6:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Haa taʼu malee, isin wanta guutummaatti balleeffamuu qabu keessaa waan tokko hawwitanii akka hin fudhanneef,+ akkasumas Israaʼel irratti badiisa* fiduudhaan+ wanta guutummaatti balleeffamuu qabu akka isa hin gooneef, wanta guutummaatti balleeffamuu qabu irraa fagaadhaa.+

  • Isaayyaas 59:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Lakki, Waaqa keessan irraa kan adda isin baase balleessaa keessani.+

      Fuula isaa akka isin jalaa dhoksu kan godhe cubbuu keessani,

      Innis isin dhagaʼuu ni dide.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi