-
Leewwota 13:44Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
44 inni dhukkuba nadaayiitiin kan qabame dha. Namichi xuraaʼaa dha; lubichis dhukkuba mataa isaa irra jiruun kan kaʼe namichi xuraaʼaa taʼuu isaa ni labsa.
-