-
2 Saamuʼel 16:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Daawitii fi namoonni isaa karicha qabatanii gad buʼuu isaanii itti fufan; Shimeʼiinis gaaricha qarqara Daawit cinaa deemee isa abaaraa,+ dhagaa itti darbachaa fi awwaara itti bittinneessaa ture.
-