-
1 Seenaa Baraa 16:39, 40Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
39 Saadoq+ lubichii fi luboonni isaa wajjin tajaajilan kaan godoo qulqulluu Yihowaa isa iddoo ol kaʼaa Gibeʼonitti+ argamu fuuldura turan; 40 achi kan turanis, iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu irratti yeroo hunda ganamaa fi galgala Yihowaadhaaf aarsaawwan gubaman akka dhiheessanii fi akka Yihowaan Israaʼeliin ajajetti wanta Seericha keessatti barreeffame hunda akka godhaniif ture.+
-
-
1 Seenaa Baraa 21:29Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
29 Haa taʼu malee, godoo qulqulluun Yihowaa inni Museen lafa onaa keessatti ijaaree fi iddoon aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu sun yeroo sanatti iddoo ol kaʼaa isa Gibeʼonitti argamu irra turan.+
-