3 Bakki sun iddoo dunkaanni walgaʼii Waaqa dhugaa, jechuunis dunkaanni Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe lafa onaa keessatti hojjete itti argamu waan tureef, Solomoonii fi guutummaan gumichaa gara iddoo ol kaʼaa Gibeʼonitti+ argamu sanaa ni dhaqan.