LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 3:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Iddoon ol kaʼaan hunda caalaa beekamaa* taʼe Gibeʼon waan tureef, mootichi achitti aarsaa dhiheessuuf ni dhaqe.+ Solomoon iddoo aarsaa sana irratti aarsaawwan gubaman 1,000 ni dhiheesse.+

  • 1 Seenaa Baraa 21:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Haa taʼu malee, godoo qulqulluun Yihowaa inni Museen lafa onaa keessatti ijaaree fi iddoon aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu sun yeroo sanatti iddoo ol kaʼaa isa Gibeʼonitti argamu irra turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi