-
Faarfannaa 72:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
72 Yaa Waaqayyo, mootichaaf murtiiwwan kee kenni;
Ilma mootichaas qajeelummaa kee gonfachiisi.+
-
-
Faarfannaa 119:34Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
34 Seera kee akkan hojii irra oolchuuf,
Garaa koo guutuudhaanis akkan isa eeguuf,
Hubannaa naaf kenni.
-