-
Fakkeenya 3:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Namni ogummaa argatu,+
Namni hubannaa qabus gammadaa dha;
-
Fakkeenya 3:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Umurii dheeraan karaa harka mirgaa ishii,
Badhaadhinnii fi ulfinnis karaa harka bitaa ishii jiru.
-
-
-