-
1 Mootota 3:9, 10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
9 Kanaafuu, tajaajilaan kee saba keetiif murtii kennuu, akkasumas wanta gaarii taʼee fi wanta hamaa taʼe gargar baasee beekuu akka dandaʼuuf,+ garaa ajajamu isaaf kenni;+ taʼuu baannaan, saba kee isa baayʼee hedduu* taʼe kanaaf eenyutu murtii kennuu dandaʼa?”
10 Solomoon kana gaafachuun isaa Yihowaa ni gammachiise.+
-