-
Iyyaasuu 17:11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
11 Naannoowwan Yisaakorii fi Asheer keessatti, Beet Shiʼaanii fi magaalonni ishii jalatti* argaman, Yibleʼaamii+ fi magaalonni ishii jalatti argaman, jiraattonni Doorii+ fi magaalonni ishii jalatti argaman, jiraattonni Een Doorii+ fi magaalonni ishii jalatti argaman, jiraattonni Taʼaanaakii+ fi magaalonni ishii jalatti argaman, akkasumas jiraattonni Megidoo fi magaalonni ishii jalatti argaman, warri ol kaʼoon sadan Minaaseedhaaf ni kennaman.
-
-
1 Saamuʼel 31:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Borumtaa isaa Filisxeemonni miʼa warra duʼan sanaa saamuuf yommuu dhufan, Saaʼolii fi ilmaan isaa sadan Gaara Gilboʼaa irratti kukkufanii argan.+
-
-
1 Saamuʼel 31:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Achiis meeshaa waraanaa isaa mana siidaawwan Ashtooret keessa kaaʼan; reeffa isaa immoo dallaa Beet Shaan+ irratti fannisan.
-