Lakkoofsa 32:41 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 41 Achiis Yaaʼir ilmi Minaasee isaan irratti duulee gandeen isaanii warra dunkaanaan ijaaraman ni qabate; maqaa isaaniis Hawoot Yaaʼir* jedhee moggaase.+ Keessa Deebii 3:14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 14 “Yaaʼir+ ilmi Minaasee guutummaa naannoo Argoob+ hamma daangaa Geeshurotaa fi Maʼaakotaatti+ kan fudhate yeroo taʼu, gandeen Baashaan kanas maqaa ofii isaatiin Hawoot Yaaʼir* jedhee moggaase.+ Isaanis hamma harʼaatti maqaa kanaan waamamu.
41 Achiis Yaaʼir ilmi Minaasee isaan irratti duulee gandeen isaanii warra dunkaanaan ijaaraman ni qabate; maqaa isaaniis Hawoot Yaaʼir* jedhee moggaase.+
14 “Yaaʼir+ ilmi Minaasee guutummaa naannoo Argoob+ hamma daangaa Geeshurotaa fi Maʼaakotaatti+ kan fudhate yeroo taʼu, gandeen Baashaan kanas maqaa ofii isaatiin Hawoot Yaaʼir* jedhee moggaase.+ Isaanis hamma harʼaatti maqaa kanaan waamamu.