LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 7:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Kanneen kun hundi buʼuura isaaniitii jalqabee hamma demdemoo isaaniitti, alaan immoo hamma mooraa isa guddaatti,+ dhagoota gatii guddaa qaban+ warra keessaa fi alaan safaramanii, bocamanii fi magaazii dhagaatiin muramaniin kan ijaaraman turan.

  • 1 Seenaa Baraa 22:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Sana booda Daawit namoonni biyya ormaa+ warri biyya Israaʼel keessa turan akka walitti qabaman ajaje; achiis ijaarsa mana Waaqa dhugaatiif dhagaa akka muranii fi akka bifa itti baasaniif warra dhagaa bocan godhee isaan ramade.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi