-
1 Mootota 6:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Inni kutaawwan dabalataa tokkoon tokkoon isaanii dhundhuma shan shan ol dheeratan manichatti naannessee ijaare;+ kutaawwan kunis saanqaawwan gaattiraatiin manichaa wajjin walitti qabsiifamanii turan.
-
-
Hisqiʼel 41:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis girgiddaa mana qulqullummaa ni safare, innis dhundhuma jaʼa kan furdatu ture. Kutaawwan naannoo mana qulqullummaa sanaa jiran dalgi isaanii dhundhuma afur ture.+
-
-
Hisqiʼel 41:26Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
26 Barandaa sana irraa garanaa fi garasiin, akkasumas kutaawwan mana qulqullummaa garanaa fi garasiin jiran irrattii fi baaxiiwwan sana biratti foddaawwan fireemiiwwan keessaa gara alaatti dhiphachaa deeman qabanii+ fi fakkiiwwan muka meexxii jiru turan.
-