5 Kana malees, inni girgiddaa manichaatti maxxansee mana dabalataa ni ijaare; manichis, girgiddaa manichaatti, jechuunis girgiddaa mana qulqullummaa sanaa fi kutaa isa keessaatti+ naanneffamee kan ijaarame ture; akka kanaan itti naannessee kutaawwan dabalataa ni ijaare.+