Baʼuu 30:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 “Muka laaftoo+ irraa iddoo aarsaa ixaanni itti aarfamu tokko ni tolchita.+ 1 Mootota 7:48 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 48 Solomoon mana Yihowaatiif miʼawwan kana hundumaa ni hojjete: iddoo aarsaa+ warqii, minjaala+ warqii daabboon ilaalchaa* irra kaaʼamu,
48 Solomoon mana Yihowaatiif miʼawwan kana hundumaa ni hojjete: iddoo aarsaa+ warqii, minjaala+ warqii daabboon ilaalchaa* irra kaaʼamu,