LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 37:25-28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Itti aansuudhaan muka laaftoo irraa iddoo aarsaa ixaanaa+ tokko ni tolche. Iddoon aarsaa sun dheerinni isaa dhundhuma tokko, dalgi isaa dhundhuma tokko, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma lama taʼee rogni isaa arfan wal qixa ture. Gaanfonni isaa isaa wajjin tokko taʼanii kan tolfaman turan.+ 26 Gubbaa isaa, cinaa isaa hundumaa fi gaanfota isaa warqii qulqulluudhaan ni uwwise; qarqara isaatti naannessees ittisa* warqii ni tolche. 27 Danqaraawwan isa baachuuf oolan achi keessa akka loofamaniif, ittisa* isaatii gaditti garanaan amartiiwwan warqii lama, garasiinis amartiiwwan warqii lama ni tolche. 28 Sana booda muka laaftoo irraa danqaraawwan tolchee warqiidhaan ni uwwise.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi