LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 30:1-5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 “Muka laaftoo+ irraa iddoo aarsaa ixaanni itti aarfamu tokko ni tolchita.+ 2 Innis dheerinni isaa dhundhuma* tokko, dalgi isaa dhundhuma tokko, ol dheerinni isaa immoo dhundhuma lama taʼee rogni isaa arfan wal qixa haa taʼu. Gaanfonni isaa isaa wajjin tokko taʼanii haa tolfaman.+ 3 Gubbaa isaa, cinaa isaa hundumaa fi gaanfota isaa warqii qulqulluudhaan ni uwwista; qarqara isaatti naannessitees ittisa* warqii ni tolchita. 4 Ittisa* isaatii gadittis garanaan amartiiwwan warqii lama, garasiinis amartiiwwan warqii lama ni tolchita; danqaraawwan isa baachuuf oolanis achi keessa ni loofamu. 5 Muka laaftoo irraa danqaraawwan tolchiitii warqiidhaan uwwisi.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi