-
Baʼuu 27:1, 2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 “Muka laaftoo irraa iddoo aarsaa dheerinni isaa dhundhuma* shan, dalgi isaas dhundhuma shan taʼe tokko ni ijaarta.+ Iddoon aarsaa kun rogni isaa arfanuu wal qixa haa taʼu; ol dheerinni isaas dhundhuma sadii haa taʼu.+ 2 Golee isaa arfan irratti gaanfota+ ni tolchita; gaanfonni sunis iddoo aarsaa sanaa wajjin qaama tokko taʼu; iddoo aarsaa sanas sibiila diimaadhaan ni uwwista.+
-
-
Leewwota 4:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kana malees, lubichi dhiiga sana irraa muraasa isaa gaanfota iddoo aarsaa ixaana urgaaʼuu isa dunkaana walgaʼii keessa Yihowaa dura jiru sanaa ni diba;+ dhiiga jibicha sanaa isa hafe hundumaa immoo iddoo aarsaa aarsaan gubamu irratti dhihaatu isa balbala dunkaana walgaʼii duratti argamu jalatti ni dhangalaasa.+
-