LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 30:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Aaronis+ ganama ganama yommuu ibsaawwan+ qopheessutti, iddoo aarsaa irratti+ akka aaruuf ixaana urgaaʼu achi irratti ni aarsa.+

  • Baʼuu 40:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Achiis iddoo aarsaa ixaanaa+ isa warqii irraa tolfame sana taabota Dhugaa Baatuu sana fuuldura kaaʼi; golgaa balbala godoo qulqulluus iddoo isaatti fannisi.+

  • Faarfannaa 141:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  2 Kadhannaan koo si duratti akkuma ixaana+ qopheeffamee,

      Harki koo inni ol kaafames akkuma aarsaa midhaanii galgalaa naaf haa taʼu.+

  • Mulʼata 8:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Maleekaa kan biraan qodaa ixaanaa warqii irraa tolfame qabate tokko dhufee iddoo aarsaa+ bira dhaabbate; inni kadhannaa qulqulloota hundumaa wajjin iddoo aarsaa warqii irraa tolfame+ isa teessicha dura jiru irratti akka dhiheessuuf ixaanni hedduun+ isaaf kenname.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi