LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 25:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Damee tokko irratti, hammattuuwwan abaaboo abaaboo almoondii fakkaatan sadii dhukawwanii fi daraaraawwanii wajjin duraa duubaan haa tolfaman; damee isa kan biraa irrattis hammattuuwwan abaaboo abaaboo almoondii fakkaatan sadii dhukawwanii fi daraaraawwanii wajjin duraa duubaan haa tolfaman. Dameewwan jaʼanuu akka kanaan jirma baattuu ibsaa sana irratti haa tolfaman.

  • 1 Mootota 6:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Saanqaa gaattiraa keessa manichaatti maxxanfame irratti fakkiiwwan buqqee*+ fi fakkiiwwan abaaboo+ bocamanii turan. Guutummaan isaa saanqaa gaattiraatiin waan uwwifameef, dhagaan tokko illee hin mulʼatu ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi