Lallaba 2:4, 5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Hojiiwwan guguddoo nan raawwadhe.+ Manneen nan ijaarradhe;+ mukeetii wayinii nan dhaabbadhe.+ 5 Iddoowwan biqiltuu fi iddoowwan bashannanaa nan qopheeffadhe; achi keessattis mukeetii firii godhatan adda addaa nan dhaabe.
4 Hojiiwwan guguddoo nan raawwadhe.+ Manneen nan ijaarradhe;+ mukeetii wayinii nan dhaabbadhe.+ 5 Iddoowwan biqiltuu fi iddoowwan bashannanaa nan qopheeffadhe; achi keessattis mukeetii firii godhatan adda addaa nan dhaabe.