LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 9:17-19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Solomoonis Geezerii fi Beet Hooron+ Ishii Gadii ni ijaare;* 18 Baʼaalaatii+ fi Taamaar ishii biyyattii keessa lafa onaa keessatti argamtu, 19 akkasumas, magaalota Solomoon miʼa itti kuusu hundumaa, magaalota gaarii fardaa,+ magaalota abbootii fardeenii fi wanta Solomoon Yerusaalem, Libaanonii fi guutummaa biyya bulchiinsa isaa jala jiru keessatti ijaaruu barbaade hundumaa ni ijaare.

  • 2 Seenaa Baraa 9:15, 16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Solomoon Mootichi gaachana guguddaa 200 warqii makaa sibiilaa qabu irraa ni hojjete+ (tokkoon tokkoon gaachanichaa warqii makaa sibiilaa qabu sheeqilii* 600 qaba ture);+ 16 kana malees, gaachana xixinnoo* warqii makaa sibiilaa qabu 300 ni hojjete (tokkoon tokkoon gaachana xixinnoo kanaas warqii miinaa* sadii qaba ture). Achiis mootichi Mana Bosona Libaanon jedhamu keessa isaan kaaʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi