LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 16:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Biyyi carraadhaan+ sanyii Yoseefiif+ kenname Yordaanos isa Yerikoo biratti argamu irraa hamma burqaa isa baha Yerikootti argamuu yeroo taʼu, lafa onaa isa Yerikoodhaa ol baʼu keessa darbee gara naannoo gaarotaa Beetelitti qajeela.+

  • Iyyaasuu 16:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 achiis karaa dhihaatiin gara daangaa Yaafleetotaatti, hamma daangaa Beet Hooron+ Ishii Gadiittii fi hamma Geezeritti+ gad buʼee galaanicha bira dhaabbata.

  • 2 Seenaa Baraa 8:4-6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis lafa onaa keessatti Taadmooriin ni ijaare;* akkasumas, magaalota miʼa itti kuusan warra Hamaat+ keessatti hojjete hundumaa ni ijaare.+ 5 Kana malees, inni Beet Hooron Ishii Olii+ fi Beet Hooron Ishii Gadii+ warra magaalota dahoo dallaa, balbalaa fi danqaraa qaban ni ijaare; 6 akkasumas, inni Baʼaalaatii+ fi magaalota Solomoon miʼa itti kuusu hundumaa, magaalota gaarii fardaa hundumaa,+ magaalota abbootii fardeenii fi wanta Solomoon Yerusaalem, Libaanonii fi guutummaa biyya bulchiinsa isaa jala jiru keessatti ijaaruu barbaade hundumaa ni ijaare.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi