Hisqiʼel 41:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Gama tokkoon fuulli namaa gara muka meexxii sanaatti garagalee jira ture; gama kan biraatiin immoo fuulli leencaa* gara muka meexxii sanaatti garagalee jira ture.+ Isaan guutummaa mana qulqullummaa sanaa keessatti akka kanaan bocamanii jiru turan.
19 Gama tokkoon fuulli namaa gara muka meexxii sanaatti garagalee jira ture; gama kan biraatiin immoo fuulli leencaa* gara muka meexxii sanaatti garagalee jira ture.+ Isaan guutummaa mana qulqullummaa sanaa keessatti akka kanaan bocamanii jiru turan.