LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Hisqiʼel 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Isa keessas wantoonni uumamawwan jiraatoo+ afur fakkaatan jiru turan; bifti tokkoon tokkoon isaaniis bifa namaa fakkaata ture.

  • Hisqiʼel 1:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Fuulli isaanii kana fakkaata ture: Arfan isaanii iyyuu karaa mirgaatiin fuula namaa fi fuula leencaa,+ karaa bitaatiin immoo fuula qotiyyoo+ qabu turan; arfan isaanii iyyuu fuula risaa+ qabu turan.+

  • Mulʼata 4:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Uumamni jiraataan inni tokkoffaan leenca+ fakkaata, uumamni jiraataan inni lammaffaan qotiyyoo+ fakkaata, uumamni jiraataan inni sadaffaan+ fuula fuula namaa fakkaatu qaba, uumamni jiraataan inni arfaffaan+ immoo risaa+ barrisu fakkaata ture.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi