LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 39:9-11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Gafarsi si tajaajiluuf fedhii qabaa?+

      Gola fardeenii* kee keessa hoo ni bulaa?

      10 Gafarsi sararaan akka siif qotutti wadaroodhaan isa ni hiitaa?

      Yookiin si hordofee sulula keessa ni qotaa?*

      11 Jabina isaa isa guddaatti amanamtee

      Hojii kee isa ulfaataa akka siif hojjetu ni gootaa?

  • Mulʼata 6:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Yommuu inni chaappaa isa lammaffaa banu, uumamni jiraataan inni lammaffaan,+ “Kottu!” yommuu jedhu nan dhagaʼe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi