17 Simboon isaa akka simboo qotiyyoo jalqaba dhalatee,
Gaanfonni isaas akka gaanfota gafarsaa ti.
Inni isaanitti fayyadamee saboota,
Hunduma isaaniis gara andaara lafaatti ni dhiiba.
Isaan raayyaawwan Efreem warra kumaatama kudhan taʼan,+
Raayyaawwan Minaasee warra kumaatama taʼani dha.”