2 Saamuʼel 17:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Guutummaan Israaʼel abbaan kee nama jabaa+ akka taʼee fi warri isaa wajjin jiranis onnatoo akka taʼan waan beekuuf, namni onnee akka leencaa+ taʼe qabu illee sodaatee bishaan taʼa. Fakkeenya 28:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Hamoonni homtuu utuu isaan hin ariʼin baqatu,Qajeelonni garuu akkuma leencaa* onnatoo dha.+
10 Guutummaan Israaʼel abbaan kee nama jabaa+ akka taʼee fi warri isaa wajjin jiranis onnatoo akka taʼan waan beekuuf, namni onnee akka leencaa+ taʼe qabu illee sodaatee bishaan taʼa.