LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Daaniʼel 3:16, 17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Shaadraak, Meeshaakii fi Abedneegoon akkana jedhanii mootichaaf deebisan: “Yaa Nebukadnezaar, dhimma kana irratti deebii siif kennuun nu hin barbaachisu. 17 Yaa mootii, ibiddichatti yoo darbatamne illee Waaqni keenya inni nuti tajaajillu ibidda bobaʼaa jiru sana irraas taʼe harka kee jalaa nu oolchuu ni dandaʼa.+

  • Hojii Ergamootaa 4:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Isaan, Pheexirosii fi Yohaannis ija jabinaan yommuu dubbatan arganii, namoota hin barannee*+ fi iddoo guddaa hin qabne akka taʼan hubatanii dinqisiifatan. Yesuusii wajjin akka turanis ni hubatan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi