LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Maatewos 11:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Yeroo kanatti Yesuus akkana jedhe: “Gooftaa samii fi lafaa kan taate yaa Abbaa, wantoota kana ogeeyyii fi beektota jalaa dhoksitee daaʼimmanitti waan mulʼifteef+ uummata duratti sin jajadha.

  • 1 Qorontos 1:26, 27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 26 Yaa obbolootaa, isinumti iyyuu waamamuu keessan irraa akka hubattanitti, warri akka ilaalcha fooniitti* ogeeyyii taʼan hedduun,+ namoonni jajjaboo taʼan hedduunii fi namoonni maatii beekamoo keessaa dhalatan hedduun hin waamamne;+ 27 kanaa mannaa, Waaqayyo warra ogeeyyii taʼan qaanessuuf, wantoota addunyaa gowwummaa taʼan filate; akkasumas wantoota jajjaboo taʼan qaanessuuf, wantoota addunyaa dadhaboo taʼan filate;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi