LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 29:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Kanaafuu, saba kana irratti ammas wanta dinqisiisaa kan raawwatu,+

      Dinqii irratti dinqii kan raawwatus ana dha;

      Ogummaan namoota isaanii warra ogeeyyii taʼanii ni bada,

      Hubannaan namoota isaanii warra hubatoo taʼaniis kan dhokfame ni taʼa.”+

  • Maatewos 13:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 Ija isaaniitiin arganii, gurra isaaniitiin dhagaʼanii, garaa isaaniitti ergaa isaa hubatanii akka hin deebinee fi anis akkan isaan hin fayyisneef, garaan saba kanaa didaa taʼeera; gurri isaanii ni dhagaʼa, garuu deebii hin kennan; ija isaaniis dunuunfataniiru.’+

  • Luqaas 10:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Yesuus saʼaatii sanatti hafuura qulqulluudhaan gammadee akkana jedhe: “Gooftaa samii fi lafaa kan taate yaa Abbaa, wantoota kana ogeeyyii fi beektota jalaa dhoksitee+ daaʼimmanitti waan mulʼifteef uummata duratti sin jajadha. Eeyyee, Yaa Abbaa, kun fedhii kee ti.+

  • 1 Qorontos 1:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 kanaa mannaa, Waaqayyo warra ogeeyyii taʼan qaanessuuf, wantoota addunyaa gowwummaa taʼan filate; akkasumas wantoota jajjaboo taʼan qaanessuuf, wantoota addunyaa dadhaboo taʼan filate;+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi