LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Isaayyaas 28:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Sababiin isaas, Yihowaan gocha isaa, eeyyee, gocha isaa isa keessummaa taʼe,

      Hojii isaa, eeyyee, hojii isaa isa baramaa hin taane raawwachuuf,+

      Akkuma Gaara Peraaziim irratti kaʼetti,

      Akkuma sulula* isa Gibeʼon biratti argamu keessatti kaʼettis ni kaʼa.+

  • Anbaaqom 1:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 “Saboota ilaalaa, xiyyeeffannaas isaaniif kennaa!

      Dinqisiifannaadhaan ilaalaa, ajaaʼibsiifadhaas;

      Sababiin isaas, wanti utuma isinitti himamee illee isin hin amanne tokko

      Bara keessanitti ni raawwatama.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi