-
Hojii Ergamootaa 13:40, 41Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
40 Kanaafuu, wanti kitaaba Raajotaa keessatti akkana jedhamee dubbatame akka isin irra hin geenye of eeggadhaa: 41 ‘Isin qoostota nana, hojiin bara keessanitti hojjechaa jiru ilaalaa; kun hojii isin utuma balʼinaan isinitti himamee illee akkan raawwadhe hin amanne dha; isin ni dinqisiifattu, ni dhumtus.’”+
-