-
Faaruu Ermiyaas 2:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Warri karicha irra darban hundi qoosaadhaan harka isaanii si irratti walitti rurrukutu.+
-
-
Anbaaqom 1:5-7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 “Saboota ilaalaa, xiyyeeffannaas isaaniif kennaa!
Dinqisiifannaadhaan ilaalaa, ajaaʼibsiifadhaas;
Sababiin isaas, wanti utuma isinitti himamee illee isin hin amanne tokko
Bara keessanitti ni raawwatama.+
Isaan mana kan isaanii hin taane fudhachuuf,
Lafa balʼaa keessa ni fiigu.+
7 Isaan sodaachisoo fi kan nama naasisani dha.
-