LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 22:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Ani warra badiisa geessisan,

      Tokkoon tokkoon isaanii meeshaa waraanaa isaanii wajjin si irratti nan muuda.*+

      Isaan mukeetii gaattiraa kee warra hunda caalaa filatamoo taʼan ni muru,

      Ibidda keessattis akka jigan ni godhu.+

  • Ermiyaas 46:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Gibxiidhaaf,+ jechuunis raayyaa waraanaa Faraʼoon Nekoo+ mootii Gibxii isa Laga Efraaxis biratti argamuu fi Yehoyaaqiim+ ilmi Yosiyaas mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa arfaffaa isaatti Nebukadnezaar* mootiin Baabilon Kaarkemiishitti injifate sana ilaalchisee dubbiin dhufe isa kana:

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi