-
Ermiyaas 25:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Yihowaan Waaqni Israaʼel akkana naan jedheera: “Xoofoo daadhii wayinii dheekkamsaa kana harka koo irraa fuudhiitii saboota ani itti si ergu hundumaa obaasi.
-
-
Ermiyaas 25:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 achiis Faraʼoon mootiin Gibxii, tajaajiltoonni isaa, bulchitoonni isaa fi guutummaan saba isaa,+
-
-
Hisqiʼel 29:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Yaa ilma namaa, fuula kee gara Faraʼoon mootii Gibixiitti naannessiitii isa irrattii fi guutummaa Gibxii irratti raajii dubbadhu.+
-
-
Hisqiʼel 32:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Yaa ilma namaa, Faraʼoon mootii Gibxii ilaalchisee faaruu gaddaa faarfadhu, akkana isaan jedhi:
‘Ati saboota gidduutti akka leenca saafela cimaa taʼee turte,
Taʼus callisiifamteetta.
-