LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 25:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Kanaafuu, ani harka Yihowaa irraa xoofoo sana fuudhee saboota Yihowaan itti na erge hundumaa nan obaase;+

  • Ermiyaas 25:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 achiis Faraʼoon mootiin Gibxii, tajaajiltoonni isaa, bulchitoonni isaa fi guutummaan saba isaa,+

  • Ermiyaas 43:10, 11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis akkana isaaniin jedhi: ‘Waaqa Israaʼel kan taʼe Yihowaan Gooftaan Raayyaa akkana jedha: “Kunoo, ani Nebukadnezaar* mootii Baabilon isa tajaajilaa koo taʼe nan waama;+ teessoo isaas dhagoota ani dhokse kanaa ol nan kaaʼa; innis dunkaana mootummaa isaa isaan irratti ni diriirsa.+ 11 Dhufees biyya Gibxii ni rukuta.+ Namni dhaʼichaan duʼuu qabu kam iyyuu, dhaʼichaan ni duʼa; namni boojuudhaan fudhatamuu qabu kam iyyuu, ni boojiʼama; namni goraadeedhaan duʼuu qabu kam iyyuus, goraadeedhaan ni duʼa.+

  • Hisqiʼel 31:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Yaa ilma namaa, Faraʼoon mootii Gibxii fi namoota hedduu isaa wajjin jiraniin akkana jedhi:+

      ‘Akka kee guddaa kan taʼe eenyu?

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi