-
Ermiyaas 36:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Yehoyaaqiim+ ilmi Yosiyaas mootiin Yihudaa mootii taʼee waggaa arfaffaa isaatti dubbiin akkana jedhu Yihowaa biraa gara Ermiyaas ni dhufe:
-