- 
	                        
            
            Hisqiʼel 22:31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
31 Kanaafuu, dheekkamsa koo isaan irratti nan dhangalaasa; ibidda aarii kootiinis haxaaʼee isaan nan balleessa. Miidhaa daandii isaaniitiin kan kaʼe dhufus mataa isaanii irratti nan fida’ jedha Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan.”
 
 -