-
Ermiyaas 20:9Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
Haa taʼu malee, inni garaa koo keessatti akkuma ibidda bobaʼuu fi lafeewwan koo keessa jiruu ni taʼe,
Keessa kootti isa qabachuu nan dadhabe;
Kana caalaas isa dandamachuu hin dandeenye.+
-