LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Ermiyaas 6:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kanaafuu, ani dheekkamsa Yihowaatiin nan guutame,

      Isas of keessatti qabachuu nan dadhabe.”+

      “Mucaa daandii irra jiru irratti,+

      Tuuta dargaggootaa walitti qabame irratti isa dhangalaasi.

      Dhiirri haadha manaa isaa wajjin,

      Maanguddoonnis warra baayʼee dulloomanii* wajjin ni boojiʼamu.+

  • Amoos 3:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Leenci baroodeera!+ Eenyutu hin sodaatu ree?

      Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan dubbateera! Eenyutu raajii hin dubbatu ree?’+

  • Hojii Ergamootaa 4:19, 20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Pheexirosii fi Yohaannis garuu akkana jedhanii isaaniif deebisan: “Waaqayyoon dhagaʼuu mannaa isiniin dhagaʼuun Waaqayyo duratti sirrii taʼuu fi dhiisuu isaa isinumti murteessaa. 20 Nuti garuu, waaʼee wantoota dhageenyee fi arginee dubbachuu keenya dhiisuu hin dandeenyu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi